Godinni Guraagee Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1 ol taasise
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Naannoo Uummattoota Kibbaatti godinni Guraagee Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 1 ol taasisuu bulchiinsi godina Guraagee beeksise.
Hoggansi olaanaan godinichaa hojiirra oolmaa labsii yeroo ariifachiisaa fi dhimmoota yeroo biyyaalessaa ilaalchisee Magaalaa Walqixxeetti marii gaggeessaa jira.
Uummata haalaan gurmeessuunii fi hubannoo uumuun nageenya naannoo eeguu fi eegsisuun dhimma murteessaa ta’uu marichaan ibsameera.
Godiinichi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyiina 1 fi miiliyoona 1 ol taasisuu ragaan Waajjira Koominikeeshinii godinichaarraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa
argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com
/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna