Fana: At a Speed of Life!

Adeemsa biyya diiggamuurraa baraaruuf taasiifamu keessatti qoodni barsiisotaa olaanaa ta’uu ibsame

Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) – Biiroon Barnootaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee barsiisota kuma 2 ol ta’an waliin dhimmoota haala waqtaawaa biyyaalessaarratti marii taasiisaa jira.

Ityoophiyaa xinnoo taasiisuuf qaamoleen shira xaxaa jiran hundi ni salphatu jedhan Hogganaan Biiroo Barnootaa magaalaa Finfinnee obbo Zalaalam Mulaatuun.

Qormaata keessaa fi alaa yeroo ammaa biyyattiirratti aggaamame qolachuuf Ityoophiyaanoonni hundi qooda isaanii ba’uu akka qaban ibsaniiru.

Adeemsa biyya diiggamurraa baraaruuf taasiifamu keessatti ga’een barsiisotaa olaanaa ta’uu isaan hundi qooda isaanii akka ba’an gaafataniiru.

Yisimaaw Adaraatu gabaase.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.