Komishinichi raayyaa ittisa biyyaa fi maatii dultootaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 50 walitti qaba jira
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Komishiniin Qindeessaa tola oltoota fi hirmaannaa hawaasa raayyaa ittisa biyyaa fi maatii dultootaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi 50 ol walitti qabaa jiraachuu ibseera.
Komishinarri kominshinichaa obbo Asfaw Takilee gama isaaniin, raayyaa ittisa biyyaa fi maatii dultootaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 50 walitti qaba jiraachuu himaniruu.
Dabalataanis dhiigni Yuuniitin kumni 30 ol walitti qabamu ibsamuu ragaan waajjira prees Sekreetariirra argame ni muul’dhisa
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna