Waggoottan shanaan dhufanitti qulqullinaa barnoota mirkaneessuuf xiyyeeffannoon ni hojjetamaa- Ministeera Barnoota
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Barnoota Proofeeseer Birhaanuu Naggaa hoggantootaa, hayyootaa fi hojjettoota Yuunvarsiitii Finfinnee waliin qulqullina barnootaarratti mariin gaggeessaniiru.
Ministirichi waggootan shanaan dhufanitti qulqullina barnoota mirkaneessuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama jedhaniiru.
Yuunvarsiitii Finfinneetti rakkoowwan garagaraa akka muudataan kan himan Proofeeseer Birhaanuu Naggaan, yuunvarsiitiichi qorannoon rakkoo keessaa fi alaa hoji mataa rakkichaa furan diriirsuun ergama addaatin hojjetamuu qaba jedhaniiru.
Hirmaattooni hiriiricha rakkoo gama damichan jiruu furuuf kan hojjeataan ta’uu ragaan ministeericharra aragmee ni muul’dhisa.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna