Ministeerichi deeggarsa yuunvarsiitiiwwan irra walitti qabe Hospitaala Koompireensiiv Ispeeshaalaayizdiif laate
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC)- Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa deeggarsa yuunvarsiitiiwwan irra walitti qabe Hospitaala Koompreensiiv Ispeeshaalaayizdi Bishooftuutti argamuuf laateera.
Ministeerichi deeggarsoota maallaqaa fi gosa garaagaraa yuunvarsiitiiwwan Waachamoo, Siiviil Sarviisii, Wal Qixxee, Jiinkaa, Waraabee fi Arbaa Minciirra walitti qabee laateera.
Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Ergoogee Tasfaayee, kutaa hawaasa miidhamaan deeggaruun ergamaa mana hojiicha keessaa isa tokkodha jedhaniiru.
Dhaabbilee deeggarsicharratti hirmaatan galateeffachuu Miidiyaan naannoo Kibbaa gabaaseera.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna