Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensa Ityoophiyaatti xiyyaarri A350-900 Dubaayiitti agarsiisaaf dhiyaate

Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC)- Daandiin Qilleensa Ityoophiyaatti xiyyaarri A350-900 Dubaayiitti ‘Airshow’ 2021 irratti agarsiisaaf dhiyaateera.

Agarsiisa qilleensarraa kanarratti dhiyeessitoonni agarsiistoota kumni 1 fi 200 olii fi bakka buutoonni biyyoota garagaraa 148 ol hirmaachuu ragaan Daandii Qilleensa Ityoophyaarra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.