Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi Aanaa Maaraqoo Birrii miiliyoona 5.7 ol Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise

Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Godina Guraageetti Bulchiinsi Aanaa Maaraqoo Birrii miiliyoona 5.7 ol Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisuu ibsameera.

Aanichi yeroo 3ffaaf sangoota, Barbaree fi midhaan nyaataa walitti qabuun deeggarsa taasiiseera.

Marsaa 3niin sangoota 61 fi Barbaree kuntaala kuma 1fi 384 deeggarsi taasiifamuu Bulchaan aanichaa obbo Nigusee Makee ibsuu isaanii ragaan Dhaabbata Raadiyoo fi Teeleeviizhiinii naannoo Kibbaarraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.