Fana: At a Speed of Life!

Awurooppaatti weerarri Covid -19 haalaan babal’achaa jiraachuu ibsame

Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) – Awurooppaatti weerarri Covid -19 haalaan babal’achaa jiraachuu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiise.

Lakkoofsi namoota dhibichaan lubbuu dhabanii % 10 dabalaa jiraachuu dhaabbatichi ibseera.

Ardii Awurooppaatti haala adda ta’een lakkoofsi namoota dhibichaan qabamanii fi lubbuu dhabanii dabalaa dhufuu eereera.

Sadarkaa addunyatati torbee tokko keessatti namoonni miiliyoonni 3.1 vaayrasichaan qabamuu gabaasni Dhaabbata Fayyaa Addunyaa ni agarsiisa.

Kanneen keessaa miiliyoonni 1.9 Awurooppaatti kan galmaa’e ta’uu dhaabbatichi ibsuu Asoosheetiid Prees gabaaseera.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.