Qaamoleen tokko tokko sagalee keenya nurraa butuuf yaala jiru-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)-Qaamoleen tokko tokkoo sagalee keenya nurraa butuuf yaalaniis, kabajaa fi tokkummaa keenyaa Ityoophiyaamuummaarratti hundaa’ee yomiiyyuu xuquu hin danda’aanii jechuun Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ibsaniiru.
Sababiin isaas nutii walabummaa fi tokkummaa keenyaan Ityoophiyaaf dhaabbachuun sabboontoota Ityoophiyaa akkasumas Afrikaatii jechuun fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.