Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Armeeniyaa daawwannaa hojiif Dirree Dawaa galan

Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Armeeniyaa Arteem Aznaawuriiyaan daawwannaa hojiif Dirree Dawaa galaniiru.

Ambaasaaddar Arteem Aznaawuriiyaan wayita Dirree Dawaa ga’an Itti gaafatamaan waajjira Kaantibaa magaalichaa obbo Gabayehu Xilahuunii fi Itti gaafatamaan Waajjira Aadaa fi Turizimii obbo Mikaa’eel Indaalee Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa magaalaa Dirree Dawaatti argamuun simannaa taasiisaniifiru.

Armeeniyaan Dirree Dawaa waliin hariiroo seenaa fi aadaa qabaachuu obbo Mikaa’el kaasaniiru.

Ambaasaaddarichi turtii isaaniin bakkeewwa seena qabeeyyii garaagaraa kan daawwatanii fi hooggantoota olaanoo waliin marii kan taasisan ta’uu ibsaniiru.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.