Ityoophiyaan qormaatilee ishee mudatan dabartee nageenya ishee mirkaneessuuf dandeettii qabdi-Ambaasaaddara Chaayinaa
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Ityoophiyaanonni
garaagarummaa isaan gidduu jiru hiikuun nageenya biyya isaanii mirkaneessuun gara tasgabbii ishee kanaan duraatti ni deebisu amantaa jedhu kan qaban ta’uu Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhaang Juun ibsan.
Ambaasaaddarichi Ityoophiyaan biyya uummata ogummaa fi dandeettii qabanii ta’uu ibsaniiru.
Yeroo qormaataa kanattis lammiileen biyyattii tokkummaa isaanii eeganii ni dhaabbatu abdii jedhu qabaachuu eeraniiru.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.