Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Musxafeen jaarsoolii biyyaa waliin mari’atan

Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad haala waqtaawaa biyyarratti jaarsoolii biyyaa waliin mari’ataniiru.

Jaarsooliin biyyaa kunneen garee shororokeessaa ABUT biyyaa diiguuf socho’aa jiruus balaaleffataniiru.

Gareen kun waggoottan 27’n darbanitti biyyaa fi keessayuu naannoo Somaleerratti gochii badii raawwatee hin dagatamuu jechuusaanii miidiyaan naannichaa gabaaseera.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.