Fana: At a Speed of Life!

Qormaanni seensa yuunvarsiitii kutaa 12ffaa Onkololeessa 29 irraa eegale ni laatama

Finfinnee, Onkololeessa  26, 2014 (FBC)- Qormaanni seensa yuunvarsiitii kutaa 12ffaa bara barnoota 2013 Onkololeessa  29 hanga Sadaasa 2, 2014 akka laatamuu Ejensiin Madaallii Barnootaa fi Qormaata Biyyaalessaa beeksise.

Barattoonni qormaaticha fudhataniis guyyaa qormaatichi itti laatamuu beekuun miiraa tasgabba’aa ta’een qophii akka taasisaaniif waamichi taasafimeera.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.