Fana: At a Speed of Life!

Jiraattonni magaalaa Holataa fi naannawaashee hiriira balaaleffanna garee ABUT  bahaan

Finfinnee, Onkoleessa 26, 2014 (FBC)- Jiraattonni Magaalaa Holataa fi naannawaashee hiriira balaaleffannaa gocha Shororkeessitoota ABUT fi  Shanee gaggeessan.

Jiraattonni kunneen karoora biyya diiguu, saamuu fi biyya salphisuu garee kanaa kan morman ta’uu himaniiru.

Gaachana biyyaa kan ta’ee fi birmadummaa biyyaaf kan wareegamaa jiru Raayyaa Ittisa Biyyaa waan hundaan kan tumsan ta’uus himaniiru.

Mootummaa cinaa dhaabbachuun kabaja biyyaa kan mirkaneessanii fi naannoosaanii dammaqinaan kan eegan ta’uus himaniiru.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.