Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti dhimmoonni shakkisisoon yoo muudataan bilbillii eeruutti laatamu ifoome

Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Finfinnee dhimmoonni shakkisoon yoo muudataan bilbilli eeruu  itti laatanii fi tajaajila poolisii argataan ifoomeera.

Karaa sarara bilbilaa bilisaa 9977, 991, 997 ykn sarara bilbilaa  011-1-11-01-11tti fayyadamuu akka danda’aan ragaan Waajjira Seekreetariyaat Preesii magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.