Fana: At a Speed of Life!

Sudaan Kibbaa hariiroo damee Ayveeshinii Ityoophiyaa waliin qabdu kan cimsitu ta’uu ibsite

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Sudaan Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiil Maahiddiin Ministira Ministeera Geejjibaa Sudaan Kibbaa waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
Haala waqtaawaa Ityoophiyaa, Tasgabbii Sudaanii fi Sudaan Kibbaatti Indaastirii Iyveeshiinii cimsuuf sosochii jalqabame haala cimsuun danda’amurratti marai’ataniiru.
Ministirri Ministeera Geejjibaa Sudaan Kibbaa, Ityoophiyaan rakkoo keessoo ishee ofiif furachuu biyya dandeessu ta’uu ibsaniiru.
Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa waliin hariiroo damee Iyveeshinii cimsuuf kan hojjetan ta’uu himuu isaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.