Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbileen garaagaraa Onkololeessa 24 guyyaa Haleellaan Raayyaa Ittisaa Ajeja Kaabaarratti raawwatame yaadatan

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Dhaabbileen garaagaraa Onkololeessa 24 guyyaa gareen shororkeessaa ABUT Raayyaa Ittisaa Ajeja Kaabaarratti haleellaa raawwate waggaa 1ffaa yaadataniiru.
Hojjettoonni Ministeera Fayyaa, Yuunvarsiitii Haramayaa, Ministeera Pilaanii fi Misoomaa fi manneen hojii mootummaa biroo guyyaa kana yaadataniiru.
Sirni yaadannoo kun bakka Ministiroonni,hoggantoonni mootummaa olaanoo, fi hojjettoonni mootummaa manneen hojii kanneenii argamanitti yaadatameera.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.