Fana: At a Speed of Life!

Hojjettoonni FBC Onkololeessa 24 guyyaa Haleellaan Raayyaa Ittisaa Ajeja Kaabaarratti raawwatame yaadatan

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Hojjettoonni Faanaa Broodkaasting Korporeet Onkololeessa 24 guyyaa gareen Shororkeessaa ABUT Raayyaa Ittisaa Biyyaa Ajeja Kaabaarratti haleellaa raawwate yaadataniiru.
Hojjettooni dhaabbatichaa Gootitcha Raayyaa Ittisaaf yadannoo sammuu daqiiqaa 1 taasiisaniiru.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.