Uummataa fi biyya tajaajiluuf of qopheessuun kabaja- Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee hooggantoota haaraa sadarkaa magaalaa hanga aanaatti ramadamaniif hooggantoota olaanoo magaalichaatif bobbii hojii kennaa jira.
Uummataa fi biyya tajaajiluuf of qopheessuun kabaja ta’uu kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee haasaa taasisaniin ibsaniiru.
Mariin bobbii hojii kun yaada ergama boqonnaa haaraaf qophiidha jedhu kan qabate ta’uu ibsameera.
Qonjiit Zawdeetu gabaase
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.