Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree naannoo Somaalee yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Manni Maree naannoo Somaalee yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessuu eegaleera.

Yaa’ichi Af Yaa’ii mana maree fi Preezdaantii naannichaa dabalatee Kaabinee moggaasuun mootummaa haaraa ni hundeessa jedhame.

Sirna hundeeffama mootummaa naannoo Somaalee kanarratti hoggantoonni mootummaa naannoo biroo fi Itti aanaan Preezdaantii Somaalee Laand argamuu ragaan Paartii Badhaadhinaa naannichaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.