Jilli MM Abiy Ahimadiin durfamu aanaa Shashamanneetti Oomisha Boloqqee Kilaasteraan misoome daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) – Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu aanaa Shashamanneetti Oomisha Boloqqee Kilaasteraan misoome daawwateera.
Daawwannicharratti Preezdaantoonni naannolee fi Kaantibawwan lamaanii argamaniiru.
Jilli kun Godina Arsii Lixaa aanaa Shashamanneetti Oomisha Boloqqee Kilaasteraan misoome daawwateera.
Leeyikuun Alemtu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.