Naannoo Oromiyaatti hojiin baruu fi barsiisuu guyyaa boruu ni eegala
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hojiin baruu fi barsiisuu guyyaa boruu ni eegala jedhameera.
Barattoonni, barsiisonnii fi maatiin barnootaa biroon haala dhibee COVID-19f hin saaxilamneef of-eeggannoo gochuun barbaachisu hunda hojiirra oolchuun murteessaadha.
Barsiisonnis talaallii Codiv-19 osoo hin fudhatin hojii baruufi barsiisuu bara kanaa akka hin eeggalle Ministeerri Fayyaa kallattii kaa’uun isaa ni yaadatama.
Maddi:-BDHKMNO
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.