Buqqaatota Somaaleerraa buqqa’an deebisanii dhaabuuf deeggarsi Birrii miiliyoona 10n kenname
Finfinnee, Fulbaana 25,2014 (FBC)- Buqqaatoota Naannoo Somaaleerraa buqqa’anii Godina Baalee qubatan hojiin diinagdeen utubuu hojjetamaa kan jiru ta’uu ibsameera.
Buqqaatota kanneen deebisanii dhaabuuf re’oonni Birrii miiliyoona 10n bitamanii deeggarsaan kennamuufii OBN gabaaseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.