Ministirri alaa Aljeeriyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC) -Ministirri Ministera Dhimmaa Alaa Aljeeriyaa Raamaataan Laamaamooraan sirna hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Ministirichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil addunyaa Boolee ga’an Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen simannaa taasiisuufii ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isaa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.