Fana: At a Speed of Life!

Obbo Iristuu Yirdaaw Preezdaantii Naannoo Kibbaa ta’uun filatamaniiru

Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo ummattoota Kibbaa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jiruun obbo Iristuu Yirdaaw Preezdaantii naannichaa taasiisuun sagalee guutuun filateera.

Obbo Iristuu Yirdaaw Preezdaantii naannoo ummattoota Kibbaa ta’uun kakuu raawwataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.