Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Harariitti bu’aan filannoo Yeroo ifoome

Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC)- Bulchiinsa mootummaa Naannoo Harariitti bu’aan filannoo Yeroo ifoomuu ibsameera.
Naannichatti bu’aan filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa guyyaa kaleessaa gaggeeffame buufataalee filannoo garaagaraa keessatti ifoomuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.