Obbo Dassitaa Leeddamoo Preezdaantii naannoo Sidaamaa ta’uun filataman
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Sidaamaa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeesseen Obbo Dassitaa Leeddamoo Preezdaantii naannichaa taasiisuun muudeera.
Obbo Dassitaa Leeddamoo Preezdaantii naannichaa ta’uun sirna kakuu raawwataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.