Fana: At a Speed of Life!

Aadde Faantuu Tasfayee Af Yaa’ii Mana Maree naannoo Amaaraa ta’uun filataman

Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun Aadde Faantuu Tasfaayee Af Yaa’ii mana maree naannichaa taasiisuun filateera.
Obbo Amaaree Saxxee ammoo itti aanaa Af Yaa’ii taasiisuun filateera.
Miniyichi Azzazzaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.