Deeggarsa Ummata Sudaaniif qabnu onnee guutuun ni mirkaneessina – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Deeggarsa Ummata Sudaaniif qabnu onnee guutuun ni mirkaneessina jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Gaanfa Afrikaatti Ce’umsa Sudaanii fi Ityoophiyaan gara Diimookiraasiitti taasiisan gufuuleen garaagaraa muudachaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Fuula tiwiitarii isaaniin ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.