Aadde Buzeenaa Alqaadir Alii Af Yaa’ii Mana Maree magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa mana maree bulchiinsa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jiruun Aadde Buzeenaa Alqaadir Alii Af Yaa’ii Mana Maree magaalaa Finfinnee ta’uun muudamaniiru.
Yaa’ii gaggeeffamaa jiruun dhiyeessummaa Itti gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee obbo Mallas Alamiin Aadde Buzeenaa Alqaadir Alii sagalee guutuun Af Yaa’ii Mana Maree magaalaa Finfinnee ta’uun muudamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.