Fana: At a Speed of Life!

Caffeen Oromiyaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa caffee 6ffaa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) –Caffeen Oromiyaa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa caffee 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ii kanaan Af Yaa’iin Caffee mootummaa naannoo Oromiyaa,Preezdaantiin Mootummaa Naannoo, Kaabineen Oromiyaa,Koreewwan dhaabbii fi mudamnii garaagaraa ni gaggeeffama jedhamee eegama.
Daagmaawii Deeksiisaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.