Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach manneen jireenyaa haaromsaan jiraattootaaf dabarsan

Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee manneen haaroomsaman 9 jiraattootaaf dabarsaniiru.
Manneen kunneen Hojii Tajaajila lammummaa gannaatiin Abbaa Taayitaa Bishaanii fi Dhagala’aa Magaalaa Finfinneen haaroomsi kan taasiifameef ta’uu himmeera.
Aaddee Adaanach, Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa Aanaa 8tti argamuun manneen haroomsi taasifameef kanneen manguddootaa fi harka qalleeyyiif laataniiru.
Aadde Adaanach Kennaa Ayyaana Masqalaas jiraattoota kanneeniif laachuu ragaan Waajjira Seekreetariyaat Preesii magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.