Fana: At a Speed of Life!

Harargee Lixaatti dargaggoonni kumni 2 fi 329 Marsaa 3ffaaf Raayyaa Ittisaatti makaman

Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti Marsaa 3ffaaf dargaggoonni kumni 2 fi 329 Raayyaa Ittisaa Biyyaatti makamaniiru.
Dargaggoonni Godina Harargee Lixaa Aanaalee 15 fi Bulchiinsa Magaaloota 5 yaamicha biyyaa fudhachuun marsaa 3ffaaf raayyaa ittisaatti makaniiru jedhame.
Dargaggoota Raayyaa Ittisa Biyyaatti makaman kanneeniif bakka maatii,manguddoon biyyaa,abbootiin amantaa fi qondaaltoonni mootummaa argamanitti gaggeessan gootaa taasiifamuu ragaan Waajjjira Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa godina Hararhee Lixaarraa argame ni muul’isa.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.