Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Antooniyoo Guutareez waliin marai’atan

Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin barreessaa olaanaa Dhaammata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin mari’ataniiru.
Haala waqtaawaa Ityoophiyaa ammaa jiru ilaalchisee mari’achuu isaanii ibsameera.
Dhimmoota naannoo Tigraay, marii sadee hidha haaromsaa fi dhiyeessii deeggarsa namoomaarratti mari’achuu isaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.