Fana: At a Speed of Life!

Naannoleen Ityoophiyaa hedduun torbee dhufu mootummaa haaraa kan hundeessan ta’uu ibsame

Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Bulchiinsi Naannolee Ityoophiyaa hedduun torbee dhufu mootummaa haaraa kan hundeessan ta’uu ibsameera.
Bulchiinsi mootummaa naannoo Sidaamaa, Amaaraa, Kibbaa fi Gaambeellaa torbee dhufu mootummaa haaraa kan moggaasan ta’uu beeksiisaniiru.
Naannoo Kiibbaa Fulbaana 19, Sidaamaa, Amaaraa fi Gaambeellaan ammo Fulbaana 20, 2014 mootummaa haaraa kan hundeessan ta’uu ibsameera.
Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa Fulbaana 21, 2014 mootummaa haaraa kan hundeessu ta’uu himameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.