Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad hojjettoota Ministeera Dhimma Alaa waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hojjettoota Ministeera Dhimma Alaa waliin mari’ataniiru.
Ityoophiyaa badhaate ijaaruuf waggootan sadan darban adeemsa jijjiirramaa hojiirra oolaa ture haala caalmaatti cimsuun danda’amurratti mari’achuu isaanii ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.