Paartileen siyaasaa duula ‘Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’ makaman
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Paartiileen siyaasaa duula ‘Poostaa Adii gara Masaraa Adii’ jedhutti makamaniiru.
Paartileen siyaasaa 4 duula ‘Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’ jedhuuf mallattoo isaanii kaa’aniiru.
Paartiin Diimookiraatawaa Raayyaa Raayyummaa, Paartiin dhaloota haaraa, Paartiin Hiddaasee fi Addi Bilisummaa Biyyaalessa Ogaadeen duula kanatti makamaniiru jedhame.
Paartileen kunneen mallatticha dabalataan dhimmoota birmadummaa fi biyyaaleessarratti marii gaggeessaniiru.
Leyikun Alamtu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.