Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee fi miseensoonni kaabinee sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ jedhuuf mallattoosaanii kaa’an

Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee fi miseensoonni kaabinee sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ jedhuuf mallattoosaanii kaa’aniiru.

Sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ jedhuu dhugaa Ityoophiyaa hawaasa idil addunyaaf beeksidhaa jedhameera.

Guyyaa har’as itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fi miseensoonni kaabinee sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ jedhuuf mallattoosaanii kaa’aniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.