Fana: At a Speed of Life!

Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Naqamteef deeggarsi meeshaalee waldhaansa fayyaa Birrii miiliyoona 13tti tilmaamamu taasifame

Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Naqamteef deeggarsi meeshaalee waldhaansa fayyaa Birrii miiliyoona 13tti tilmaamamu taasifameera.

Hospitaalichi dhaabbata gargaarsaa GIZ jedhamurraa meeshaalee waldhaansaa fi qorannoo fayyaaf gargaaran Birrii miiliyoona 13 tti tilmaamamu gargaarsaan argachuusaa hojii geggeessaan hospitaalichaa Dooktar Taarikuu Taaddasaa himaniiru.

Akka OBN gabaaseetti gama biraan Koolleejjiin Fayyaa Naqamtees meeshaalee adda addaa Birrii miiliyoona lamatti tilmaamamuun dhaabbaticha irraa gargaarsaan argachuu diiniin koollejjichaa obbo Taayyee Taarikuu himaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.