Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni bara Haaraa 2014 qophiilee garaagaraan guutuu biyyattiitti kabajamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) -Ayyaanni Bara haaraa Fulbaanni 1,2014 qophiilee garaagaraan guutuu biyyattiitti kabajamaa jira.

Ayyaana bara haaraa Fulbaana 1 sababeeffachuun dureewwan dhaabbilee amantaa fi hoggantoonni mootummaa olaanoon ergaa baga geessanii fi hawwii gaarii dabarsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.