Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ergaa baga geessanii bara 2014 dabarsaniiru.

Rakkoo bara kana nu mudate keessaa ba’uun lammat akka hin deebine kan taasiifnu yoo irraa baranne qofaadha jedhan Preezdaant Saahilawarq.

Barri 2013 qormaanni itti heddumatisu bara Guutiinsi Hidha Haaromsaa fi filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan milkiin itti xumurame ta’uu ibsaniiru.

Baga bara 2014 nagaan geessan jechuun ergaa dabarsaniiru.

Boru guyyaa haaraa, bara haaraatti seenaa haaraa galmeessuuf yaa kaanu jedhan.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.