Fana: At a Speed of Life!

Qaammeen 5, Guyyaan missirraachoo Injifannoo kabajamaa jira

Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Qaammeen 5, Guyyaa missirrachoo Injifannooti jedhan Itti aantuun kaantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee.

Baga guyyaa Injifannoon isin ga’e jechuun ergaa dabarsaniiru.

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee guyyaa ergaa waadaa itti dabarsu ta’uu ibsaniiru.

Guyyaa kun teeteewwan garaagaraan kabajamee kan oolu ta’uu eeraniiru.

Qaammeen 5, guyyaa hundi keenyaa, manni keenya, magaalaa fi biyyi keenyaa missiraachoo injifannoo itti dhageessifnu ta’a jedha.

Barri haaraan bara injifannoo, nageenyaa, jaalalaa fi gammachuu akka ta’uu hawwii qaban ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.