Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Umaar Huseen bara haara 2014 sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Umaar Huseen bara haara 2014 sababeeffachuun qonnaa bultootaa fi horsiisee bultootaaf erga baga geessanii dabarsaniiru.

Erga isaaniin qonnaa bultootaa fi horsiisee bultootaaf, hoggantoota fi ogeeyyii damee qonnaa sadarkaan jiran, keessaayu ammoo hojjettoota buufata misooma qonnaan bultootaa fi horsiisee bultootaaf deeggarsa ogummaa laataan, qaamolee dhimmi ilaallatuu fi deeggartoota akkasums uummattoota biyyatti hundaan baga bara haara 2014 isin gahee jedhaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.