Fana: At a Speed of Life!

Gulaallii Waancaa Addunyaatin Ityoophiyaan Zimbaabuwee 1 fi 0 injifatte

Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Gulaallii Waancaa Addunyaa bara 2022 qopheessummaa Kuwaatariin gaggeeffameen Ityoophiyaan Zimbaabuwee 1 fi 0 injifatteetti.

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gulaallii Waancaa Addunyaa bara 2022 qopheessummaa Kuwaatariin gaggeeffamuuf har’a gita isaa Zimbaabuwee waliin Istaadiyeemii magaalaa Bahaar Daaritti taphateera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.