Fana: At a Speed of Life!

Naanniichi bara haara sababeeffachuun sirreeffamtoota amalaa 85’f dhiifama taasise

Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Naannoo Beenishaanguul Gumuuz ayyaana bara haara sababeeffachuun sireeffamtoota amalaa 85’f dhiifama taasisuu Abbaan Alangaa Waliigala naannichaa ibseera.

Sirreeffamtoota amalaa dhiifamni taasifamee boordiin dhiifamaa naannichaa adda baasee yaada murtoo mootummaa naannichaaf dhiyeesseen fudhatamaa argachuunii jedhameera.

Sirreeffamtoonni kunneen Hagayya 30, 2013 irraa eegalee mana amalaa sirreessaa keessaa akka gadi lakkifamaan murtaa’uu ragaan Kominikeeshinii naannichaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.