Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan Ityoophiyaa kabajamaa jira

Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Qaammeen 1 Guyyaa Ityoophiyaa jechuun kabajamaa jira.
Guyyichis addababaay Masqaalaattii kabajamaa kan jiru yoo ta’u, bakkaa Hoggantoonni Magaalaa Finfinneefi Fedeeraalaa, Gootoota Buleeyyii, Raayyaa Ittisa Biyyaa, Poolisoota Magaalaa Finfinneefi Fedeeraalaa akkasumas uummata magaalaa argamanitti kabajamaa jira.
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Qaammee 2 guyyaa kabaja tajaajiltummaa, Qaammee 3 guyyaa Gaarummaa, Qaammee 4 guyyaa Gootootaa, Qaammee 5, guyyaa injifannoon itti ibsamuu jechuun kabajuuf qophii xummuruusaa beeksiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.