Fana: At a Speed of Life!

Godinni Hadiyyaa marsaa 3ffaaf sangoota Qalmaa 496 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise

Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Uummannii fi bulchiinsi Godina Hadiyyaa marsaa 3ffaaf maallaqaa fi akaakuun Birrii miiliyoona 47 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.

Marsaa kanaan sangoota Qalmaa 496, Ra’oota 10, Akaahii kuntaala 10, Daabboo Qoloo kuntaala 13, Dirqoosha kuntaala 12, Bassoo kuntaala 36, Daakuu Qamadii kuntaala 123 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.

Marsaa 3ffaan waliigala Birrii miiliyoona 73 maallaqaa fi akaakuun deeggarsaa taasiisu ragaan Waajjira Kominikeeshinii godinachaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.