Fana: At a Speed of Life!

Wajjiirri Muummee Ministiraa fi dhaabbileen itti waamamoon lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa taasisaan

Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Wajjiirri Muummee Ministiraa fi dhaabbileen itti waamamoon lammiilee sababa garee shororkeessaa ABUT lolaa baneen buqqa’aaniif deeggarsa taasisaaniiru.

Lammiilee manneen barnoota godina Walloo Kibbaa fi aanaa Qaalluutti keessaatti da’aatanii jiraniif meeshaalee nyaata deeggarsa taasisaniiru.

Gareen shororkeessaa ABUT waraanaa biyyarratti baneen hedduu rakkoof kan saaxilee yoo ta’uu, da’aannaa kana keessatti dubratoonni ulfaa fi daa’immaan dabalatee maanguddoonnii ni argamu.

Akka gabaasa EBCtti namoota miidhaan irra gahee deeggaruuf lammiilee hirmaannaa taasisuu akka qabaan waajjirri muummee ministiraa fi dhaabbileen itti waamamoon ibsaniiru.

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.