Fana: At a Speed of Life!

Walloo Kaabatti garee shoroorkeessaa ABUT loo’ee seenuuf tureerratti tarkaanfiin fudhatame

Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Walloo Kaabatti garee shoroorkeessaa ABUT loo’ee seenuuf tureerratti raayyaan ittisa biyya tarkaanfiin fudhateera.

Bobbicharrattis gareen shororkeessaa ABUT 142 wayita barbadeeffamaan, isinaayippeerii 4, bireenii 1, boombii harka 18, kilaashii 15, rasaasni bireenii kuma 7, rasaasni kilaashii kuma 5, reediyoo qunnamsiistuu 1, fi kanneen biroon booji’amaniiru.

Adda waraaniicha keessaa itti aanaan ajaja kutaa waraanaa akka himanitti, dinnirratti yeroo ammaa kana raayyaa ittisa biyyaatin kisaaraarra gahaa jirun abdii kutachuu himaniiru.

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.