Fana: At a Speed of Life!

Ajajni Kibbaa loltoota leenji’aa turan eebbisiise

Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajni Kibbaa giddugalaa leenjii Awaash Arbaatti loltoota leenjisaa ture eebbisiseera.

Leenjiitoota eebbifamaan keessaa miseensoonni poolisii federaalaa keessaatti argamu.

Maddi:-TOI

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.